기술

Kitaabni hadiisa 30 waayee dubartootaa jedhamu kuni irra filatamaa kitaabban waayee barnoota dubartootaa keessatti qopheeffame keessa isa tokko. Ummatni keenyaa hundi
keessaattuu dargaggootaafii barattootaan kitaaba kana akka dubbistanii irraa barattan isinii dhaamsa dabarsina. Jaarraan keessa jirru kun jaarraa beekkumsaa, saayinsiifii
teeknooloojii waan taheef barnoota islaamaarratti akka jajjabaattan isiniin jenna. Barnootaafii ogummaa qabdaniinis diin keessan akka tajaajiltan isin yaadachiisna.

이전 버전

Free Download QR 코드에 의해 다운로드
  • 앱 이름:
  • 종류: 교육
  • 앱코드: com.hadiisa_30_dubartootaaf
  • 버전: 9.0
  • 요구 사항: 5.0이상
  • 파일 크기 : 31.99 MB
  • 업데이트: 2024-05-02