기술
Guyyaa Qiyaamaa jechuun Guyyaa namoonni du’an hundi awwaalcha isaanii keessaa kaafamuun murtiif Rabbiin fuunduratti dhiyaataniidha. Guyyaa sirnii samii fi dachii itti
jijjiramuudha.
Moosaajiin bilbila harkaa Guyyaa Qiyaamaa jedhamu kun haala adda taheen kan nama hubachiisuufi Yaadota sobaa warreen guyyaan kana kijibsiisanii kan saaxiluudha. Akkasuma
mallattooleen guyyaa qiyaamaa xixiqqaa irraa hanga gurguddaatti bal'inaan ibsamee jira. Falmii Warra ibiddaafi haala muslimootaas ni dabalata.

이전 버전
- 10/26/2023: 8.0
- Report a new version
Free Download
QR 코드에 의해 다운로드
- 앱 이름:
- 종류: 교육
- 앱코드: com.guyyaa_qiyaamaa
- 버전: 8.0
- 요구 사항: 4.4이상
- 파일 크기 : 15.15 MB
- 업데이트: 2023-10-26